Bara lolli baay'ate Reeffa sagal argu Isa akaayii akaa'u Sanyiin tasa… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Bara lolli baay'ate
Reeffa sagal argu
Isa akaayii akaa'u
Sanyiin tasa margu
Sa'aa muchi gu'e
Maalsaa wal'aanuu
Nama dhaabbiin du'e
Eessatti awwaaluu?

Sababa kolfinee taphannuuf safartuu shunkurtiin safaramne.
🔥1
September 6, 2026 490