SIIF
Barri darbaa jiru kun👉2018
⬅️dhibeekee fudhatee
⬅️yaaddookee fe'atee
⬅️qormaatakee fudhatee
⬅️gaddakee sassaabbatee
⬅️galma rakkinakee raasee jigsee
⬅️kan siif hin malle yaasee
⬅️hiyyummaa sirraa kaasee
⬅️Ilkee gaddaa sirraa buqqisee
SIRRAA HAA DARBU!
Barri dhufaa jiru kun👉2019
☑️nagaa addaa baatee
↗️jaalala haammatee
☑️furmaata qabatee
➡️beekumsa hamma tulluu fidee
↗️bara diinnikee mugdu ta'ee
☑️bara ati koortee bultu ta'ee
➡️kan dhiphinnikee dhibdu
↗️yeroo aduunkee iftu
☑️gamnachuun kee akka biiftuu kan baatu
↗️bara hojjettee milkooftu
Bara dorgomtee dabartu
Bara barbaadamtu
☑️bara ormatti urgooftu
➡️bara akka gammaddetti ooltu
➡️Bara eebbaa
➡️Bara milkaa
➡️Bara jijjiiramaa
➡️Bara guddinaa ta'ee dhufaa jira
➡️Balballi hojii siif haa banamu.
BARA KEE
SIIF HAA TA'U barri 2019
Nama jaallattuuf erguu ni dandeessa.
🆕Telegram baay'ee jaalatamaa Qaroo Waamaraa #join godhii dubbisi isas si affeereera.
Qaroo Waamaraa
Anaanis hin irraanfatiin
🖤,🌍,💎koo
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa 💌
╚════════════╝
https://t.me/ForAllthingsEye
4
2
1
1September 6, 2026 644 6