Bara lolli baay'ateReeffa sagal arguIsa akaayii akaa'uSanyiin tasa marguSa'aa muchi gu'eMaalsaa wal'aanuuNama dhaabbiin du'eEessatti awwaaluu?Sababa kolfinee taphannuuf safartuu shunkurtiin safaramne.t.me/ForAllthingsEye/56981September 6, 2026 355