Qabsooftuu,weellistuu,loltuu fi goota dubartii #Ilfinash_Qannoo, kan… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

😭😭😭😭😭😭
Qabsooftuu,weellistuu,loltuu fi goota dubartii #Ilfinash_Qannoo, kan Oromummaa fi sabboonummaan irraa ifee har'a geesse boqachuu ishee yoon dhagahu gaddatu natti dhagahame.

Sirboota qabsoo fi warraaksaa Weellistuu hangafaa #Ilfinash_Qannoo dhagahaa guddanne.Ka'umsa sabboonummaa fi Oromummaa keenyaaf warra bu'uura ta'an keessaa hangafa turan.

Jaarraa walakkaa oliif waa'ee Oromoo fi Oromiyaa lallabaa barsiisaa dhageessisaa turan har'a lubbuun darbiun himame. Maatii fi Oromoo isaan jaalataniif jajjabina hawwaa,Ayyaantummaan isaanii dhaloota faana haa ta'u!
😭15❤4😢3
September 6, 2026 353 2