FOCUS KITTOO FURDISA: post #2484 — TG.ME

FOCUS KITTOO FURDISA📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART16 🔻Du'uu Kiristoos. Hundumaa irra caalaa waanan ofii kootii fudhadhe isinitti dabarsee kenneera; innis caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti, Kristos cubbuu keenyaaf du'eera; Qorontos Isa Duraa 15:3 Nagaan fi ayyaanni…
📖dubbisi:1Yoh 4:1-5,Ibr 2:11-18
Gnosticism :barumsa seexanaa Isa duraa wajjin wal fakkaatu ta'ee baaya'ee bala'aafi yaada baaya'ee ofkeesaa qabuudha.isaan keessa:
Iyesus hinduunee namoota biraatu baakka bu'e .tarii ..Simon Isa qareenee.
📖dubbisi: How 2:23,Hoe 3:18.
Islaamumma:Kunis sanyii barumsoota durii jaarra 7ffatti ka'e Iyesus hin duunee nama biraatuu bifa diinqiisiisaan bakka buhee jedhudha.
📖dubbisi:Mul 1:17-18
barumsoonni sobaa kun hundi isaanii qabxiwwan tasuma ta'uu dandeenyee harmaan olitti jenne jalatti kufu .
Gaaffii
1,ragaa du'uu Iyesus Raajota keessa jiran lama dhiheessi
2,dubbisawwan maaliif du'uun Iyesus akka barbaachisee jalatti si kennaman irra Iyesus utuu hin duunee maaltu akka ta'uu danda'u yoo xiqqaate lama dhiheessi .
3,barsiisoota sob Eenyumma Iyesu Du'a isaarraatti ka'aniifi maaf akka isaan soba ta'an Ibsi .

🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸
Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━

📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook

💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
focusjit.et
Security Check Required
Security verification required to continue.
👍1
August 26, 2026 99 2