FOCUS KITTOO FURDISA: post #2474 — TG.ME

📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART15

🔻Kirstoosii fi Hafuura Qulqulluu
“Ergamichi immoo, “Hafuurri qulqulluun si irra in bu'a, humni aabbaas si golbooba, kanaafis mucichi si irraa dhalatu kun qulqulluudhaa fi ilma Waaqayyoo jedhamee in waamama*.”
Luqaas 1:35

🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS?

🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira.
🔹Maarree kutaa 15ffaan har'a galgala mata duree xiqqaa "#Kirstoosii_fi_Hafuura_Qulqulluu" jedhuun itti fufa.
🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu.
📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira.

Hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu.

📆Guyyaa:DILBATA(23-8-2026)
Sa’aatii: 1:00LT galgala
📍 Channel: @Focus_jit Telegram

━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━

📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook


💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
❤1😍1
August 23, 2026 221 2