Baga Geesaan CUUPHAA! ✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️ Iccitii isaa guddaa abbaan ifa… — Dinnee_Didaa — TG.ME

Baga Geesaan CUUPHAA! ✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️ Iccitii isaa guddaa abbaan ifa baasee Ilmaa isa jaallatuu gooftaa nuu badhaase Maqaa sooratne isa ittin bullu Waaqayyoo nuuf keenne affuura qulqulluu Ofii irraat arginaan yoordanoos uummaa isaa Teellati deebi’ee mul’isee sodaa isaa Gooftaan hundaa uumee gad of qabuudhaanii Cuuphammudhan kunoo nuuf bu’ee nagaanii Daawit mul’ataasaan akkumaa dubbaate Arjummaan gooftichaa sirriitti mul’aate Lafti ifaan guutees lammuun dukkanaa’uu Jira yeroo dhiphuu waaqni inni nuuf nahuu Jireenyi garbummaa seexana harkaa ba’ee Aangoo Iyeesuusiin hardha barbada’ee Galataaf dhabbannee nuuttis dhugaa baanaa Maqaa Kiristoosiin nama ifa taanaa ✍️Dirribaa Wagii Ayyaana gaarii! @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa

❤2
January 18, 2026 367 1