BEEKSISA
Kabajamtoota Iyyattoota Qormaata UAT (AAU)
Sagantaa iddoo qormaataa kan Qormaata Seensa Barnoota Digrii Jalqabaa (Undergraduate Admission Test – UAT), kan Fulbaana 7–8, 2026 gaggeeffamu, faayila waliin maxxanfame irraa ilaalladhaa. Qormaatni guyyaa lamaanuu yeroo sadii keessatti kennama:
I: 8:30 ganama – 11:00 ganama
II: 11:30 ganama – 2:00 waaree booda
III: 2:30 waaree booda – 5:00 waaree booda
Iddoo qormaataa fi yeroo qormaataa keessan mirkaneeffachuuf
👇👇👇👇👇
@ntpdfstore seenaa ilaaladhaa
Hubachiisa: iyyattoonni St. Paul’s MMC, Ethiopian Public Service University, ykn Kotebe University of Education filatanii, booda gara Addis Ababa Science and Technology University (AASTU)tti jijjiiraman, qormaata isaanii AASTU keessatti fudhatu.
Namoonni Visually Impaired Candidates ta'an kanneen AAU akka iddoo qormaataatti filatan, Fulbaana 8, 2026, yeroo III tti, Disability Center, Lab 1 (Main Campus) keessatti UAT fudhachuu qabu.
Qormaata keessan irratti milkaa’ina hundumaa isiniif hawwina.
@waayee_keenya





