Sa'a abbaan gaafa cabse ormi ija balleessa nu hunduu Oromoodha hin… — Dinnee_Didaa — TG.ME

Sa'a abbaan gaafa cabse ormi ija balleessa nu hunduu Oromoodha hin qabnu balleessaa waliin hin oodinaa harka walitti dhooftanii kuni ganda sanii kuni ganda kanaa sila maal taatanii wal dhiibdani jarana Obboleessi obboleessatti erga gufuu ta'ee itti jabeessaa ormaatiin maaltu oofee ga'ee? yoo maatiin wal dhibe diina hulaa taa'aa gandaan wal qoqqooduu kana keessaa bahaa Galata rabbii (nyaataan of dandeenye) akka lammii kamuu hiyyummaan seenaa taate hin deebitu lamuu harkaan wal qabannee wol faana hiriirraa jijjiiramatuu jira biyya keenya irra jijjiiramni sunuu kama rabbi beekuu bahaaf gala keessan inni isin haa eeguu Dubbiin koo dhoksaadha nama hundaaf hin galtuu faallatti hin hiikin namoonni jarjartu!!!! YAADAAF @dinnedid_bot @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa

July 26, 2025 497 1 2