Cilee Laaqa! Hidhattee xaxattee Dhara gumbii guuttee Ulaa haqaa… — Dinnee_Didaa — TG.ME

Cilee Laaqa! Hidhattee xaxattee Dhara gumbii guuttee Ulaa haqaa cufuuf Biyyoof dhagaan duulte Maddii sagaliin burqee Inuma hanqaaqaa Warri gumbii dharaa Bulee cilee laaqa Yaa dabeessa dhagahi Dhugaan akka funyoo Qallattees cita hin taatuu Kokkeetti si rakkatti Fiigichaan jalaa hin baatu Cichii dhugaaf duuli Cooma dharaa gu’ii Haqaaf jiraadhuu du’i!! ✍️ @dera_zreal Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa

👍1
October 22, 2024 759