Gandummaa! Bara abboota keenyaa Takkaa kun hin jiru Isin eessaa… — Dinnee_Didaa — TG.ME

Gandummaa! Bara abboota keenyaa Takkaa kun hin jiru Isin eessaa fiddan Kutaadhaan wal ciruu? Jechaan wal arrabsaa Kutaan wal qooddanii Amma maal argattu Mee waliin ooddanii? Wallaggi shawwi Arsii Erga Oromoo taanee Wal bira ha dhaabbannu Tokkummaadhaan kaanee Gandaan wal kukkunnee Nuti Eessa geenya Jimma harargee baale Tokko hundi keenya Gandummaan wal hirree Maalumaaf wal lolla? Kottaa tokko taanaa Nuti waliin tollaa!!! Join and share @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa

👍3
October 10, 2024 745 1 3