
Taphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 11/03/2019 waaree booda Sa'aatii 8:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Hamzaa fi Masjiidaa umar alfaruq yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidoonni lamaanu golii lama lamaa galchuudhaan wal qixaa xumuramee.
November 22, 2026 174