Taphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 06/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Nasrii fi Masjiidaa Hudaa yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidnni Nasrii 5 fi 0 Injifaachuudhan xumuramee.
November 15, 2026 410 1


