Taphaa shanpiiyoonaa kubbaa miilaa marsaa 1ffaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 06/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee hanga galgala Sa'aatii 12 taphoonni afur taphatamanii jiruu. Taphoonni kunis kan taphatamee gareewwan masjiidaa 8 gidduutti yoo ta'u akka armaan gadiiti
1.Garee Masjiidaa Nasrii Garee Masjiidaa Hudaa waliin.
Qabxii Nasrii 5 Hudaan 0
2.Garee Masjiidaa Bilaal fi Garee Masjiidaa Rahmaa waliin
Qabxii Bilaal 3 Rahmaan 2
3.Garee Masjiidaa Aa'iishaa fi Garee Masjiidaa Salaam waliin
Qabxii Aa'iishaan 1 Salaam 1
4.Garee Masjiidaa Nuur fi Garee Masjiidaa Aliyyuulhadar waliin
Qabxii Nuur 4 Aliyyulhadar 0 yoo ta'u
walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan taphoonni guyyaa har'aa Naamusa gaariin xumuramee.









