
Taphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 11/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Aqsaa fi Masjiidaa Ansaar yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidnni Aqsaa 2 fi 1 Injifaachuudhan xumuramee.
November 22, 2026 183