@burkawayoschool · 2.3K subscribers
Finfinnee
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/burkawayoschoolIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created May 3, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 15, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Beeksisa Guyyaa boruu 07/01/2017 barnoonni haala ho'aan waanta eegaluuf barattoonni galmooftan hundi keessan akka argamtan.
[media, no text]
Manni barumsa barattoota kutaa 9ffaa hanga karoorsate galmeessee waanta jiruuf kana booda bakka kan hin qabne ta'uu isin beeksisna.
[media, no text]
Beeksisa Galmee Barattoota kutaa 8ffaa gara kutaa 9ffaa tti bara kana dabartanii galmaa'uuf ulaagaa mana barumsaa keenya guuttan haaluma beeksisa bahe kanaan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksisna.
Sa'aatiin galmee Ganama 2:30- guyyaa 6:30 qofa