Qulqulleessuutti dhoqqeedhaan faalte😐 ...mana qulqulleessuun dura of… — Sona walaloo — TG.ME

Qulqulleessuutti dhoqqeedhaan faalte😐

...mana qulqulleessuun dura of qulqulleessuun wanta baay'ee barbaachisaadha. Kanaan ala fuulduraa qulqulleessaa duubaan kotteedhaan faaltessaa deemta. Xiyyeeffannoon jiru manicha bareechuu yoo ta'e, dursa kottee kee isa faalta'e sana ofirraa sukkuumii miiccadhu. Lakki xuriinkoo na marareera yoo jette, of sassaabbadhuutii manicha keessaa nuuf luqqa'i! Qaama dursee of argatetu mana haga Arbaa ga'u kana keessaa barbaadee nama arga waan ta'eef!

...Yaadni xuraa'aan nii kufa, barnoonni itti fufa😘
November 18, 2025 1.9K 1