Ecci!.....kutaa 1ffàa😡😏
Of si tuffachiisnaan, jireenya jibbitaa
Rakkinni kabalee hammacee si bitaa...
Dhiibbaan wal gurmeessee Fuulatti si fiigaa
Dadhabbiikee mara libsuu takkaan diigaa
Tiifuutu sijjeesa, Gaaddisatu si gubaa..
Yaaddon si huuqqisa, jechatu si hubaa
Gaafas icci jettaa gaafas of tuffattaa
Eenyummaa kee haaltee, rakkina uffatta😰
........
✍️Wku Caamsaa 30-2016! @Chalchalish
Follow us for more!
September 26, 2025 2.1K 1 4