Hagayya 27/2018
Waamicha_Leenjii Kaadhimamtoota Barsiisota Dorgomtoota Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruu Sartifikeetii Marsaa 2ffaatiif :
1. Fulbaana 04, 2019 Kaampaasii galtanii buluu qabdu.
2. Leenjiin Fulbaana 05, 2019 eegala.
3. Yommuu gara leenjii dhuftan ragaa barnootaa keessan Orrijinaala (Kaardii kutaa 8ffaa, Interaansii kutaa 12ffaafi tiraansikiriiptii kutaa 9 - 12ffaa), waraqaa eenyummaa keessan agarsiisu, suuraa 3cmx4cm lama, uffata halkanii, uffata boraatiifi ansoolaa qabadhaatii koottaa.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌
3September 2, 2026 588


