Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf barattoonni 563,960 galmaa’anii, isaan keessaa barattoonni 550,210 qormaata fudhataniiru.
Barattoota qormaata fudhatan keessaa %12.8 kan ta’an qabxii %50 fi isaa ol galmeessuu danda’aniiru.
Bara kana waliigalaan, barattoota qormaata fudhatan keessaa 70,544 qormaata darbaniiru.
Barattoota qormaata darban keessaa:
* 🧪 Saayinsii Uumamaa: %16.5
* 🌍 Saayinsii Hawaasaa: %8.33 isaanii qormaata darbaniiru.
Yooyyaamedia

2August 23, 2026 173