Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Qabxii Olaana Fidan! Barattoonni kun… — Yooyyaa Media — TG.ME

Forwarded fromMEMedia Show Official
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Qabxii Olaana Fidan!

Barattoonni kun magaalaa Adaama fi Dodola irraa Damee laamaaninuu akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan.

Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun akka biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa qabateera.

Saayinsii Hawaasaan immoo Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsaa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti argama.

Baga gammaddan, baga gammanne.
🥰1
August 24, 2026 163