BAGA_GAMMADDAN ❗️ Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban… — Yooyyaa Media — TG.ME

#BAGA_GAMMADDAN ❗️
Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!!

Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5% - 49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan.
August 28, 2026 126