QAROO-MAGAZINE: post #3720 — TG.ME

Barnoonni boru eegala!

Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti barnoonni idilee bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Wiixata Fulbaana 6, 2017 akka eegalu biiroon barnoota magaalicha beeksiseera.

@QarooMagazine
👍8❤2🕊2
September 15, 2024 6.5K