QAROO-MAGAZINE: post #3727 — TG.ME

Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee.

Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootummaatti ramadamuuf qabxii darbiinsaa galmeessan yeroo ammaa irraa eegalee karaa liinkii armaan gadiitiin Yunivarsitii itti ramadaman ilaaluu ni danda'u.

Ramaddii keessan ilaaluuf👇

Karaa Marsariitii👇
https://result.ethernet.edu.et

Bootii Telegiraamii👇
https://t.me/moestudentbot

Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa Yuunivarsitii akka #hin_fudhanne ibseera.

Yuunivarsitii itti ramadamtan irraa waamicha eeggachuun barnoota keessan itti fufu ni dandeettu jedhameera.

@QarooMagazine  
👍31❤12👎9🙏8🕊1
October 24, 2024 12.3K 5