Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa ifoomuu isaan walqabatee bara kana barattoonni harki 78.7 qabxii 50%fi isaa ol argachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Naannoo Oromiyaatti barattoota bara 2017 qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhatan 488,458 keeysaa barattootni 384,498 [harki 78.7] qabxii 50%fi isaa ol argachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Barattoonni qabxii isaanii ilaallachuufis liinkii asii gadii kana cuqaasuun bu'aa isaanii ilaallachuu ni danda'u jedhamee jira. 👇👇
oromia.ministry.et
@QarooMagazine

23
9
5
2July 17, 2025 5.9K 14