Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u.
Haaluma kanaan
1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata.
@QarooMagazine



