QAROO-MAGAZINE: post #3708 — TG.ME

Remediyaalii (barnoonni sirreeffamaa) bara kanas ni jiraata.

"Bara darbe kenninee jirra. Bara kanas hamma barataa xiqqeessunn barnoonni sirreeffama ni keennama. Sagantaan sirreeffamaa suuta suutaan hir'ata dhufa" jedhan Prof. Birhaanu Naggaa.

@QarooMagazine
✅
👍2
September 9, 2024 3.8K