ABDII SABAA OFFICIAL: post #879 — TG.ME

Ilaalchi bareedaan maalummaa namaa si hubachisa Ofiif jireenya keetittis si gammachisa.
Ilaalchi gaariin waqiin kee akka si jaalatu namni akka si yaadatu godha☝️
❤4👍3
March 10, 2024 1.7K