Akkaataa barreefama instant view barreessuu dandeenyudha. °karaalee… — ABDII SABAA OFFICIAL — TG.ME

°Akkaataa barreefama instant view barreessuu dandeenyudha.
°karaalee lamaan fayyadamtanii barreessuu dandeessu.

① intant view suuraa, sagalee fi linki kan of keessatti hammatte yoo hojjattuu barbaaddan boti kana @ITelegraphBot fayyadamuun account keessan waliin walitti erga hiitanii barreessuu dandeessu. Website irraan jechuudha.

② inni kun haalaan salphaadha garuu barreeffama fi immojiwwan qofa fudhata log in gochuus hin gaafatu.

@vTelegraphBot start gootu> barreffama itti ergitu> erga inni instant view jijjiree link copy godhattanii paste gootu iddoo barbaaddanitti. Yeroo kana garuu you title hin kenniniif iddoo title sanatti maqaa keessan barreessa ofumaan.

title itti barreessuudhaaf>  /sct erga jettaniinii mata duree keessan barreessituuf xumuuramee jira.

🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
👍2❤1
March 13, 2024 2.3K