Eebba_Yuunivarsiitiiwwanii 📚Yuunivarsiitiiwwan mootummaa hedduun… — ABDII SABAA OFFICIAL — TG.ME

#Eebba_Yuunivarsiitiiwwanii

📚Yuunivarsiitiiwwan mootummaa hedduun har’a barattoota damee barnootaa adda addaatiin leenji’an eebbisu.

📚Eebbifamtoonni kunneen leenjii isaanii sagantaa barnoota idilee fi itti fufiinsa qabuun sagantaa digirii tokkoffaa fi lammaffaatiin xumuraniiru.

📚Yuunivarsiitiiwwan kunneen yeroo dhiyoo as barattoota qormaata ba’uu darban beeksisaa turuun isaanii waan dagatamuu miti. Yuunivarsiitii Wachamoo, Yuunivarsiitii Wallaggaa, Yuunivarsiitii Mattuu, Yuunivarsiitii Arbaa Minci, Yuunivarsiitii Diillaa, Yuunivarsiitii Hawaasaa fi Yuunivarsiitiin Haramayaa har’aa fi boru barattoota isaanii Kanneen eebbisan keessaa tokkodha.
     Share⤵️⤵️
https://t.me/home_knowledge https://t.me/home_knowledge
👍5
February 24, 2024 2K