Feederiikoo Kiyeezaan sa'aatiiwwan hafani keessatti Liivarpuul… — ODAA ISPOORTII — TG.ME

Feederiikoo Kiyeezaan sa'aatiiwwan hafani keessatti Liivarpuul gadhiisee ba'a jedhamee hin eegamu; kilaboonni Xaaliyaanii barbaadaa yoo ta'aniyyuu, miidhaan Ekiitiikee yoo xiqqaate hanga Amajjitti (January) kilabicha keessa isa tursiisuu danda'a‼️

🥇 PAUL JOYCE

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
👍10❤4😍2🥰1
August 31, 2026 1.8K