Taphattoota beekamoo kilaba hin qabne Pool Poogbaa Jeeden Saanchoo Daanii Kaarvaahaal Sergiyoo Raamoos Kariim Beenzemaa Daaviid Alabaa Filip Kutiiniyoo Iiv Bisuumaa Raahiim Istaarliing Riyaad Maahirez Oleksaandar Ziinechenkoo Wiilfreed Zaahaa Maarseloo BrozoviichTaphattooti kun kilaboota isaanii faana waliigaltee qaban xumuruun yeroo ammaa jijjiirraa bilisaan bakka barbaadan imaluuf kilaba isaan barbaadu eeggachuu irratti argamu.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 || @ODAAISPOORTII𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 || @ODAAISPOORTIIt.me/ODAAISPOORTII/556212551September 3, 2026 1.6K