Taphataan cimaan Piriimiyerliigii Ingiliiz ji'a kanaa siif eenyuudha? Kaadhimamaa taphataa cimaa Piriimiyerliigii Ingiliiz baatii jalqabaa bara dorgommii kanas 2026/27 ifoomeera. Riikaardoo Kaalaafiyoorii 🥰 Raayan Cheerkii👍 Biruunoo Fernaandeez❤️ Kool Paalmar🙏 Joo Peedroo🔥 Mamadu Sangare👏 Zolakis 😁 Wiissaa 👌𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 || @ODAAISPOORTII𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 || @ODAAISPOORTIIt.me/ODAAISPOORTII/556320111011September 3, 2026 1.2K