Maaykil Kaarriik Maanchestar Yuunaayitid gabaa bitaa taphattoota… — ODAA ISPOORTII — TG.ME

Maaykil Kaarriik Maanchestar Yuunaayitid gabaa bitaa taphattoota taasisee iddoo sana waan hin cimsiiniif Dooroguu filannoo taphataa sarara ittisa bitaa ta’uu danda’a jedhee amana.

Luuk Shaaw kilabicha keessatti taphataa sarara ittisa bitaa ogummaa qaban keessaa isa tokkicha.

[David Ornstein]


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
❤8👍2🔥1😍1❤‍🔥1
September 4, 2026 900