Dhimmoota guyyaa dhumaa irratti xiyyeeffannoo guddaa argatan keessaa inni tokko dhimma Juuliyaan Alvaareez ti. Taphataan lammii Arjentiinaa kun ammallee Atleetikoo Maadriid keessa turuun isaa mirkanaaʼaa miti.
Taphataan lammii Arjentiinaa kan biraa Enzoo Fernaandez immoo mata-duree guddaa taʼeera. Fernaandez Maancestar Siitiitti makamuu barbaaduu isaa hordofee, Cheelsii keessatti yeroo ammaa taphachaa hin jiru.
Taphataan lammii Nezerlaandii Koodii Gaakpoon immoo osoo hin eegamin Maancestar Siitiitti makamuuf dhiyaateera. Siitiin taphataa Liivarpuul kanaaf paawundii miliyoona 85 kaffaluuf qophiirra jira jedhameera.
🔴 Iliimaan Ndiyaayee → Tooteenhaam
🔵 Riichaardiilsoon → Eevertoon
🔵 Jaak Griiliish → Eevertoon
🔵 Floriyaan Baalooguun → Eevertoon
🟣 Jooshua Zirkizee → Fiiyoorentiinaa
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄





