Si argachuuf jechaa Kan onneen gubattuu Akkan si jaalladhee Maaliif… — Burqaa jaalala dhugaa 💓 — TG.ME

Si argachuuf jechaa
Kan onneen gubattuu
Akkan si jaalladhee
Maaliif hin hubattuu
~
Sagaleekeen fedhaa
Suma yaadaan bulaa
Kallattii hundarraan
Natti hin cufiin hulaa
~
Jette hin shakkiin tarii
Kanin sitti himadhuu
Miidhamuu koo barii
Onnee koo simadhuu

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @ https://t.me/Jalalaadh 🎁
❤2❤‍🔥1👍1
September 4, 2026 768