🕵♂Gaazexeessaa : Isin akkamitti hanga waggaa 60 kana muluu jaalalaan wal dandeessanii jiraattan ?!
👥Abbaa warraa fi Haadha warraa : Nuti bar ummata yoo meeshaan manaa cabe baasee darbu osoo hin taane, deebisee suphuu bar...jechuun deebisaniif.
@ https://t.me/Jalalaadh 🌹
5
2
2
1August 29, 2026 1.7K