彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha. 彡• Harkaan… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha.

彡• Harkaan kennanii, miilaan barbaacha deemu.

彡• Keessummaan keessa namaa hin beekne, gaaffii namatti dheeressiti.
❤44👍12
October 16, 2025 11.5K 15