Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii. #Anuma xuuxxa malee… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

#Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii.

#Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu.

#Qooda qocaa kaa'e, Allaattiin hin fuutu
👍38❤11
October 13, 2025 11.4K 7