Afaanonni garaa garaa namoonni hedduun garee hawaasa tokko keessatti ittin gargaaraman looga yookiin „dialects‟ jedhamu.
Loogni kunis saayinsii ittin qoratamu ni qaba. Innis xiinlooga (dialectology) jedhama.
Xiinlooga jechuunis damee xiinqooqa hawaasummaa ta‟ee haalota garaagarummaa afaan
tokko keessatti argamanii kan qo‟atudha jechuun hiikuu ni dandeenya. Jechi looga
(dialect) jedhu kun calqaba kan argames jecha laatinii „dialectus‟ jedhu irraa bara 1577
ture olitti eeramee jira.
Xiinlooga?
26
7
3July 13, 2025 15.1K 3