Jireenya abdii malee jiraattee beektaa? Maaltu abdii nama dhabsiisaa?… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

Jireenya abdii malee jiraattee beektaa?
Maaltu abdii nama dhabsiisaa?

 Nama dhabuu
 Horii dhabuu
 Fala dhabuu
 Humna dhabuu
 Waan uumame wallaaluu
 Balaa tasaa

Wantoonni abdii namaa lalisiisan


 Haala addunyaa beekuu! Addunyaan keessa jirru tun guyyaa guyyaan jijjiiramti. Akkuma ifni dukkanaan bakka bu‟aa deemu, dukkanni illee yeroo isaa eeggatee, ifaan akka dhaalamu hubachuun barbaachisaadha. Gaafa qanani‟anii jiraatan illee guyyaa biraa akka rakkoofi gadadoon nama muudatu, beekanii yoo dhufes fala faluu nan danda‟a jedhanii of amansiisuudha.
Kana bira darbee addunyaa kanarra wanti hin jijjiiramne jijjjirama mataa isaa ta‟uudha.

Coqorsa A. 📚 @jechama
👍29❤17
July 7, 2025 12.3K 6