@ICS24hrs · 628 subscribers
Mana ofii taa'anii karaa mobile ofii haaraadhaaf guyyaa ashaaraa,haaromsaaf guyyaa fudhannaa,akkasumas kan badee fkkf
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/ICS24hrsIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created February 19, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Quraana
Aniif isinoo?
Sallallaahu aleyhi wasallam (ﷺ)
Tajaajila nuti kenninu: 1. Paaspoortii haaraa. 2. Paaspoortii haaressuu 3. Dogoggora maqaa, bakka dhalootaa, guyyaa dhalootaa fi kkf Apply akka siniif goonu yoo barbaaddaan nu qunnamaa. Hub: Qaamni kamillee akka sin hin burjaajessineef system irratti koodii mataa keessaniitiin kaffalachuu dandee…
Badiin waggaa 2 akka sirraa haqamtu barbaaddaa? Soomana boruutif qophaawi. Guyyaan boruu Arafaa dha. Guyyaa guddaa, Irra caalaa guyyaati. Guyyaa warri Hajjii godhaa jiru dirqama jabaa raawwatu. Hajjii jechuun Arafaa dha. Warra Hajjii godhaa hin jirreefis guyyaan boruu jabaadha. Ergamaan Rabbii ﷺ …