@Go16liHa11cha · 303 subscribers
A channel mainly created to make access of laws and law notes to lawyers freely. የህግ መረጃን ከዚህ ቻናል ያገኛሉ
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Go16liHa11chaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 24, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
👁️Wixineen labsii Seera Adeemsa Falmii Yakkaafi Ragaa, Labsii Lakk.1410/2018 jedhamee guyyaa har'aa (24/07/2018) sagalee caalmaatiin mirkanaa'eera. Walitti qabduun Koree Dhaabbii Dhimma Seeraafi Haqaa, aadde Itsegannat Mangistuu, wixinicha ilaalchisuun: 👉Adeemsa kenniinsa murtii keessatti mirgoota…
✅Wixineen Labsii Seera Adeemsa Falmii Yakkaafi Ragaa Mana Maree BB Uummataatiin har'a mirkanaa'e kwt 25(3) jalatti: "የኦሮሚያ ፍርድ ቤቶች በክልሉ መንግስት ባለስልጣናትና ሠራተኞች ላይ ከኃላፊነታቸውና ከስራቸው ጋር በተገናኘ በሚፈፀሙ ወንጀሎች ላይ ብቻ የዳኝነት ሥልጣን አላቸው" jedha. ✅Gama birootiin, Labsiin Aangoo Manneen Murtii Naannoo Keenyaa Murtees…
[media, no text]
[media, no text]
AKKATAA QAJELFAMAA ADABBII LAKK. 3/2017 BAHEETTIN YAKKOTAA SADARKAAN HIN BANNEEF HAALA QOODINSA YAKKICHAA AGARSIISUU-