Barana carraankee kumaatama keessaa 1ffaa irratti siif haa fuudhamu… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Barana carraankee kumaatama keessaa 1ffaa irratti siif haa fuudhamu.

Waggicha keessaa;
Ji'a isa dhumaa
Torbee isa dhumaa
Qidaamee isa dhumaa
Guyyaa isa dhumaa
ti.

Guyyaan kun Rakkina keef ISA Dhumaa haa ta'u.
❤15🔥5👏3🏆1
September 5, 2026 723 4