Qaroo Waamaraa: post #5577 — TG.ME

Nadhii damma birraa
Dhamdhama guutuu
Kan yeroon irran darbine
Yoo jaalalaa duruu jira
Kan akkakee qalbii nama fuutu
Anoo yoomuu hin argine
❤8
August 23, 2026 1.9K