Maanchistar Yunaayitid bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti… — ᴀᴜʀᴀ — TG.ME

📊 Maanchistar Yunaayitid bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti carraa tapha banaa irraa uumameen sadarkaa 2ffaa irra jira:

◉ 71 - Liivarpuul
◉ 68 - Maanchistar Yunaayitid
◉ 59 - Boornemaawuz
◉ 57 - Man City
◉ 57 - Niwukaastil
◉ 57 - Bosona Nootinhaam
◉ 55 - Evertan
◉ 53 - Arsenaal
◉ 52 - Biraayitan
◉ 52 - Cheelsii

Kanaafuu maaltu isaan mudachaa jira?😌
👍2😘2
October 18, 2025 152