🇩🇪 Filooriyaan Wiirtz bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti hanga ammaatti goolii galchuus ta'e kubbaa mijeessee kennuu akka hin dandeenye, akkasuma galmeessee jira.
Kunis dhukaasa 9 qabaachuu fi carraa 11 uumuu osoo jiruu.
Dhukaasni isaa 20 walitti makamee fi carraan inni uume taphattoota bara kana dorgommii kana irratti goolii galchuu ykn gargaaruu hin dandeenye hunda caaludha.
Yoom Liivarpuuliif gaarii ta'ee dhufa?
SHARE:https://t.me/Eplnw

4
2October 18, 2025 202