Omar ibnul Kaxxaab du'ee jira….💔
Garuu Osoo tasa Beeyladaan takka qarqara laga Efraaxiitti gufattee, Rabbiin "Yaa Omar maaliif karaa hin sirreessineef?" Gaafii jedhu na gaafatee hoo jedhee uf sodaatu du’e…!!
Kan beeyladaan hangana isa yaachise ilma namaaf hoo ?!
Osoo jiraatee hawaasa muslimaa akkanatti dararamaa jiru argee maal jedhinna laata ?!
Radiyallaahu anhu wardaah…
Gazzaa fi fakkaattota isaanii hundaafuu Rabbumatu jira..!!
3
2
1May 30, 2026 859 1