@UumamaHaaraa1 · 3K subscribers
✍ Fuula kana irratti barreeffamoota dhuka amantoota Kakuu Haaraa cimsuu danda'an kan dhugaa Macaafa Qulqulluu irratti hunda'an argattu. 🫰 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan karaa link armaan gadii nu qaqqabsiisuu dandeessu. ⤵️ ⤵️ ⤵️ @amentesfa1
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/UumamaHaaraa1Is this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created March 7, 2023per Telegram
We have been tracking it since July 21, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
"Amantiin Kiristaanaa guutummatti kan diigaaman akkasumas Abdiiwwan Waaqayyoo fi abdiin wangeelaa martinuu guutummaatti kan barbadaa'an, "barbachisumma dursee-beekuu waaqayyoo fi barbaachisummaa waanta ta'uuf jiruu" beekuu hin qabnu jennee yoo barsiisne fi amannedha. Sababiin isaas, gammachuun Kiris…
🟢 Eegumsa Waaqayyoo | Providence of God: ✍ #Gaaffii: "Ani Waaqayyo abbaa, isa waan hundumaa danda'u, uumaa waaqaa fi lafaatti nan amana!" yeroo jettu maal jechuu keeti? 🫴 #Deebii: Ani abbaa bara baraa gooftaa keenya Yesus Kristos, kan homaa tokko irraa samii fi lafa, wantoota isa keessa jiran hundu…
Egaa wa'eekoo waanan beeku ha beeksifadhu, waanan hin beeknes ha himadhu; sababni isaas, wanti ani waa’ee koo beeku dukkana koo irratti ifa kee waan ibsiteef kanan beekudha, wanti ani hin beekne immoo hamma dukkanni koo fuula kee duratti akka aduu saafaa ifutti walaallumaanan jiraadha. ~ St. Augusti…
@UumamaHaaraa1
✍️ Ayyaanni Waaqayyoo abboomamuu akka filannootti kan nuuf dhi'eessu osoo hin taane, humna ittiin abboomamnu kan nu gonfachiisu dha! @UumamaHaaraa1