👆👆Record Jimaata darbeeti
💥Hafuura Qulqulluu isa Dubbii Sirrii Kana nu barsiisef GALANNI haa ta'u!🙏🙏🙏 By Brother Elias🙏
💥Obboleessa keenya Elias karaa kee #hafuurri qulqulluun waan baay'ee nu barsiise. Gooftaan si haa Eebbisu! Ayyaanni kana caalaa siif haa baay'atu!🙏
💥Kadhannaan, obboleessa keenya Hundee akkasumas, namoonni hamma dhumaatti saganta kana hirmaacha turtan Gooftan guddaa sin haa eebbisu!
Eebbifama!🙏
Jimaata 2 qofatu hafe!
#colossians
#summer_session
#friday_program
#online_bs
#FOCUS_ASTU





